Oduu biyya keessaa Naannichatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii eegalame Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii bara kanaa Godina Hadiyyaatti eegalameera. Sosochiin kun bakka…
Oduu biyya keessaa ‘Ishowspeed’ Itiypoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa gara Finfimnneetti hawwate – Adaanech… Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Yuutuubarri beekamaan Ishowspeed Itiyoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa addunyaa guutummaa irraa gara Finfinneetti hawwateera jedhan Kantiibaan Magaalaa…
Ispoortii Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte. Sa'aatiin idilee galchii malee…
Ispoortii Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’ataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa shiftoota maqaa Faannoon… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa-… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbame Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Giraar-jaarsootti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbamee gumbiitti galaa jira jedhe Waajjirri Buusaa Gonofaa Damee…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoowwan marii biyyaalessaa waliinga’uuf kutannoo dhaabbilee… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Dhaabbileen sosochii hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dabalatee odeeffannoowwan komishinichaa hawaasa biraan gahuuf kutannoon ni hojjenna…
Idil Addunyaa Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argatte Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argadheera jette. Biyyattiin bara xumurame kana Doolaara Tiriliyoona 1 ol galii…