Filannoo nagaa, haqa qabeessaafi diimookiraatawaa gaggeessuuf qophiin taasifameera- Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Mootummaan filannoo waliigalaa 7ffaa nagaa, haqa qabeessaafi diimokitraatawaa ta’e gaggeessuuf qophii taasiseera jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…