Oduu biyya keessaa Iid Mubaarak! Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Hordoftoonni Amantaa Isilaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaan nagaan isin ga'e. Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi kan gammachuu akka isiniif…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayye Atsiqasillaaseen ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al-Faxir dabarsan Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Taayye Atsiqasillaasee, ayyaana Iid Al-Faxir 1,447ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Idil Addunyaa Ameerikaan loltoota ishee gara Baha Giddu-galeessaatt erguuf karroora hin qabdu – Doonaald… Yonatan Birhanu Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Preezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, biyyi isaanii loltoota dabalataa gara Baha Giddu-galeessatti erguuf karroora akka hin qabne beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Sirna madaallii haqa qabeessaafi amanamaa ta’e ijaaruuf hundi qooda isaa bahachuu qaba-Obbo… Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutummaatti gara oonlaayiniitti ceesisuufi sirna madaallii nageenyummaan isaa eegame, haqa qabeessaafi amanamaa ta’e…
Oduu biyya keessaa Mootummaan qonna naannichaa ‘Jijjiirama Bu’uuraa’tti ceesisuuf warraaqsa taasisaa jira-… Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonna naannichaa adeemsa fooyya’iinsa dabalataa keessaa baasee ‘Jijjiirama Bu'uuraa'tti ceesisuuf warraaqsa taasisaa jira…
Oduu biyya keessaa Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun kookeeyinii dhoksitee dabarsuuf yaalte… Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun baala sammuu namaa hadoochu kookeeyinii giraama 500 dhoksitee dabarsuuf yaalte to’atamteerti.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 53 olitti tilmaamaman to’atamaniiru- Poolisii Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Bara 2012 irraa eegalee meeshaaleen kontiroobaandii al-ergiifi alaa galan Birrii biiliyoona 53 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhan Ajajaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid-Alfaxir sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) –Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimokiraasiifi Pirezedaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid-Alfaxir kuma 1…
Ispoortii Tiiboo Koortuwaa Miidhaa Isarra Ga’een Torbeewwan Hedduuf Dirree Irraa Fagaata Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Karra eegaan Riyaal Maadriid fi lammiin Beeljiyeem Tiiboo Koortuwaa miidhaan akka isa mudate kilabichi beeksiseera. Tiiboo Koortuwaa miidhaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Iid Al-Faxrii 1,447ffaa Sababeeffachuun Madfiin Si’a 9 Ni Dhuka’a Ayana Dheressa Mar 19, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Ayyaana Iid Al-Faxrii 1,447ffaa boru kabajamu sababeeffachuun madfiin si'a sagal akka dhuka’u Ministeerri Ittisaa Biyyaa beeksise. Madfiin kun boru…