Oduu biyya keessaa Ijaarsa Dhaabbilee Ol’aantummaa Biyyaatiif… Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) - Biyyi takka guddina cimaa fi itti fufiinsa qabu galmeessisuu kan dandeessu yoo dhaabbilee jabaa qabaatte qofaadha. Dhaabbileen jajjaboon utubaa ijaarsa…
Biiznasii Galiin Dolaara Biiliyoona 8.7 Daldala Alaa Irraa Argame Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahun Goofee, ji’ottan 10’n darbani keessatti daldala alaa irraa galiin dolaara biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Daandii Qilleensichaa hundeeffama Waggaa 80ffaa Sababeeffachuun Giddugala agarsiisaa banaa taasise Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) –Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hundeeffama waggaa 80ffaa isaa sababeeffachuun agarsiisa Xiyyaarotaa qilleensaa buufata Xiyaaraa idil Addunyaa Booleetti…
Oduu biyya keessaa Wiixata Dhufu Godambaawwan Hundi Namoota Daawwataniif Banaa Ta’u Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) – Guyyaa Godambaa Idil-addunyaa sababeeffachuun, Caamsaa 10, 2018 godambaawwan hundi namoota daawwataniif kaffaltii malee banaa akka ta’an Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Qa’ee gaarummaatti gocha gaarummaa dabalataa… Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Kantiibaan maagaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Nyaataa Tasfaa Birhaan 29ffaa hojii eegalchiisaniiru. Kutaa Magaalaa Lidataatti…
Ispoortii Buna Sidaamaa 0 – 1 Hadiyyaa Hosaa’inaa Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa'inaan Buna Sidaamaa injifateera. Tapha waaree…
Ispoortii Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi ifooman Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 ifoomaniiru. Haaluma kanaan Deeviid Raayyaa, Gabreel Magaaleeshii fi…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Obbo Zagayyee Asfaawu raawwate Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Sirni Awwaalchaa obbo Zagayyee Asfaaw bakka hoggantootni Mootummaa olaanoo, maatiifi dinqisiifattoonni isaanii argamanitti raawwatameera. Sirni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministira Muummee Hindii waliin mari’atan Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Ministirri Ministira Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos Ministira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii waliin mari’ataniiru. Dooktar Geediyoon, Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waa’ee Itiyoophiyaa fi Finfinnee… Sifen Megersa May 14, 2026 0 Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadii fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez bakka argamanitti, Itiyoophiyaan ayyaana hundeeffama waggaa 80ffaa…