Fana: At a Speed of Life!

Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 injifate

Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi Liigii Shaangaay injifateera.
Atileet Abrahaam fageenyicha daqiiqaa 8:07.92 xumuruun injifateera.
Atileet Saamu’eel Fireew sadarkaa 6ffaa, Hayilamaariyaam Amaareen sadarkaa 9ffaa fi Atileet Saamu’een Dhugumaan sadarkaa 11ffaan xumuraniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.