Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise.