Fana: At a Speed of Life!

Liiverpuul deeggartoota waliin injifannoo isaa kabajaa jira

Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Liiverpuul injifannoo Piriimeer Liigii bara 2024/25 deeggartoota isaa waliin kabajaa jira.

Daandiwwanirra naanna’uu waancaa Piriimeer Liigii yeroo 20ffaaf fudhate kabajuurratti argama.

Waggaa shan dura shaampiyoonaa Piriimeer Liigichaa ta’us sababa Kooviid – 19’n deeggartoota isaa waliin osoo hin kabajiin hafuun kan yaadatamuudha.

Liiverpuul taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz bara kanaarratti taphoota 38 taphateen qabxii 84 walitti qabachuun shaampiyoonaa ta’eera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.