Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maaykal Laangireey waliin dhimmoota fedhii waloo ta’an, dhimmoota gam-lameefi naannawaarratti mari’anneerra jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.