Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan.
Dooktar Abiy Ahimad, marii tibbana kutaalee hawaasaa garagaraa waliin geggeessaa jiran itti fufuun, har’as ogeeyyii fayyaa waliin akka mari’atan gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin himan.
Carraalee fi tarkaanfiiwwan gaggaarii akkasumas hanqinaalee fi gufuulee jiran irratti bal’inaan mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.