Yaa’ii 2ffaan Buusaa Gonofaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Yaa’iin 2ffaa Waliigalaa Miseensoota Buusaa Gonofaa Oromiyaa 2ffaan Magaalaa Adaamaattii gaggeeffamaa jira .
Yaa’ii miseensoota Buusaa Gonofaa kanarratti Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Walitti qabaan Gaaddisa Buusaa Gonofaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee hoggantoonni olaanoo, Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee argamuu ragaan BKO ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo