Fana: At a Speed of Life!

Viilaariyaaal  jijjiirraa Toomaas Paartee xumure

Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC) – Viilaariyaall taphataa sarara gidduu Arsenaal Toomaas Paartee jijjiirraa bilisaan mallatteessisuun xumureera.

Viilaariyaall taphataa sarara ittisaa Arsenaal duraanii Toomaas Paartee jijjiirraa bilisaatiin mallatteessisuun dhuunfateera.

Lammiin Gaanaa Toomaas Paarteen Viilaariyaal waliin kontiraata waggaa tokkoof turuu fi waggaa dabalataa tokkoof dheeressuuf filannoon kaa’ameef  mallatteessuuf waliigaleera.

 
Bara 2020 Atleetikoo Maadriid irraa gara Arsenaalitti kan ce’e Paarteen, Arsenaaliif taphoota 167 taphateera.

 Yeroo ammaa kana yakka miidhaa saalaatiin himatamee wabiidhaan kan bahe taphataan kun  dhimmi isaa seeraan qabamee jiraatus gara Viilaariyaalitti makamuuf qorannoo fayyaa kan xumureyoo ta’u,jira, jijjiirraan isaas yeroo dhiyootti kan ifoomu ta’uu “The Athletic’’ gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok:
https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.