Kiristaal Paalaas waancaa Koomuniitii Shiildii injifate
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Liivarpuuliin rukuttaa adda bahiinsaan mo’achuun waancaa Koomuniitii Shiildii injifateera.
Kiristaal Paalaas rukuttaa adda bahiinsaa goolii 3 fi 2’n Liivarpuuliin mo’achuun waancaa Koomuniitii Shiildii injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.