Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.
Guyyichi bakka Hoggantuun Biiroo Nageenyaafi Tasgabbii Liidiyaa Girmaa argamanitti Raayyaa Iittisa biyyaa, Poolisii Federaalaafi Maarshi Baandiin dabaalamee kabajameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.