Guyyaan Cichoominaa Magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira.
Guyyichi agarsiisa loltummaa garaagaraan kabajamaa kan jiru yoo ta’u saganticharratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa obbo Kadir Juhaar dabalatee hoggantoonni olaanoon biroon argamaniiru.
Dabalataanis qaamoleen nageenyaa, keessummoonniifi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.