Sirni Irreechaa Harsadee haala ho’aa ta’een kabajameera
Finfinnee, Fulbaana 25. 2018(FMC) – Sirni irreeffannaa Irreecha Malkaa Harsadee eebba Abbootii Malkaa fi Abbootii Gadaan eegalamuun
Abbootiin Gadaa fi abbootiin Malkaa eebbaan Malkaa erga saaqanii booda hirmaattonni haala ho’aa ta’een irreeffachuun kabajaniiru.
Irreechi baranaa mata duree “Irreechi Olkaa’iinsa Biyyaaf” jedhuun kabajamaa jira.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.