Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa Kaajaa Kaalaas waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin haala hariiroo Itiyoophiyaafi Gamtichaa cimsuun danda’amu akkasumas dhimmoota dam-hedduu irratti mari’ataniiru.
Dabalataan haala nageenya naannawaa Gaanfa Afrikaa irratti mari’achuus Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen miidiyaa hawaasummaa isaaniin ifoomsaniiru.
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Fooramii ‘Global Gateway’ Beeljiyeem magaalaa Biraasalsitti gaggeeffamaa jiru cinaatti mariiwwan gam-lamee gaggeessaa jiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.