Fana: At a Speed of Life!

Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – ‎Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.

Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har’a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate.

Kana hordofee Riyaal Maadriid qabxii isaa 27’n gahachuun laaligicha garaagarummaa qabxii 5’n dursuu eegaleera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.