Fana: At a Speed of Life!

Lakkoolee Itiyoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa 2 argamsiisan

Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Dorgommii taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun ulfaatiina kaasuun yeroo jalqabaaf lakkooleen Itiyoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa 2 Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

Yefanjii fi Eetooreen meedaaliyaa Meetii fi Nahaasii Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

Yefanjiin ulfaatina Kiiloo Giraama 63 meedaaliyaa Meetii fi Eetooreen ammoo Kiiloogiraama 45 kaasuun meedaaliyaa Nahaasii argamsiisaniiru. ‎

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.