Dimookiraatik Rippaablikni Koongoon Beeniin injifatte
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaa marsaa jalqabaan Dimookiraatik Rippaablikni Koongoo Beeniin galchii 1 fi 0’n injifatteetti.
Ramaddii kanaan Senegaal Bootiswaanaa waliin sa’aatii galgala sa’aatii 12:00 irratti tapha jalqaba ni taphatu.
Ramaddii 3ffaan Naayijeeriyaan Taanzaaniyaa waliin galgala sa’aatii 2:30 irratti akkasumas Tuuniziyaan Ugaandaa waliin Sa’aatii 5:00 rratti ni taphatu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.