Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har’a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1’n Magaalaa Shaggar injifateera.
Tapha biroon Itiyoo Elektiriik galchii 1 fi 0’n Midira Gannat Shiree injifateera.
Tapha waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen ammoo Dirre Dhawaan galchii 2 fi 1’n Buna Itiyoophiyaa injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.