Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphni Ijiptii fi Afrikaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
Waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Angoolaan Zumbaabewee waliin falmatti.
Tapha darbeen Zumbaabeween Ijiptiin, Algoolaan ammoo Afrikaa Kibbaan injifatamuun kan yaadatamuudha.
Sa’aatii 12:00 jalqabee morkiin Ijipti Afrikaa Kibbaa waliin taasiiftu ni eegama.
Halkan sa’aatii 2:30 jalqabee Zaambiyaan Koomooroos waliin yoo taphattu, halkan sa’aatii 5:00 eegalee qopheessituun waltajjichaa Moorookoon Maalii waliin morkattii.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.