Fana: At a Speed of Life!

Seeraa mallattoo tokkummaa fi cimina ummata Halaabaa…

Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa ummata Halaabaa seeraan mata duree ‘ayyaanni seeraa agarsiiftuu sabdaneessaa fi waldanda’uuti’ jedhuun Magaalaa Finfinneetti kabajameera.

Seeraan Mallattoo eenyummaa, tokkummaa fi waldanda’uuti jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Hiikmaa Keyraddiin.

Ayyaanichi ayyaana bara haaraa qofa osoo hin taane mallattoo ciminaa, tokkummaa fi abdiiti jedhan.

Duudhaa fi aadaan Seeraa hariiroo hawaasummaa cimsuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu eeran.

Sirni cufiinsa kabaja ayyaanichaa Amajjii 3, 2018 Godina Halaabaatti kan kabajamu ta’uutu ibsame.

Heenook Lammeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.