Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:45 jalqabee Gaalatasaraay – Atileetikoo Maadriid, Karaabaag – Firaankifarti waliin taphatu.
Halkan sa’aatii 5:00 jalqabee taphoonni 7 kan taphataman yoo ta’u, Niwuukaasiil – PSV, Juuveentuus – Beenifikaa, Islaaviyaa – Baarseloonaa, Cheelsii – Paafoos, Baayerni Muunik – USG, Maarsee – Liiverpuul, akkasuma Atalaantaan Atileetiik Kilab waliin taphatu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.