Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa bahe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa baheera.
Magaalaan Hawaasaa galchii 2 fi 0’n Itiyoo Elektirik injifateera.
Taphni Midira Gannat Shiree fi Madin Itiyoophiyaa gidduutti taphatame ammoo galchii malee qixa xumurameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.