Fana: At a Speed of Life!

Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Taphoota CBE piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphtameen Itiyoo Elektiriik Buna Sidaamaa waliin qixa bahe.

Morkiin kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffame galchii malee qixaan xumurameera.

Bunni Sidaamaa taphoota 3 walitti aansuun qixa bahuu hordofee carraa morkattoota isaarraa hiquuf qabu osoo itti hin fayyadamin hafeera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.