Waltajjii Faanaa…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Waltajjii walfalmii paartilee siyaasaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniin.
Paartileen siyaasaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti dhimmoota garaagaraarratti falmii taasisu.
Imaammataa fi tarsiimoo isaanii daangaa malee ummataaf dhiyeessu.
Torbee kana Federaaliizimii fi Heera Mootummaarraatti:-
👉 Paartiin Badhaadhinaa
👉 Paartiin Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaaf
👉 Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf akkasumas
👉 Paartiin Gamtaa Nageenya Itiyoophiyaaf mata duree eeramerratti falmiin taasisan har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee filamaatawwan diijitaalaan, akkasuma halkan sa’aatii 3:00 jalqabee Raadiyoo fi Teeleeviizyiiniin ni dhiyaata.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.