Fana: At a Speed of Life!

Kantibaa Adaanech Abeebeen Giddugala Tajaajila Iddoo tokkoo 5ffaa hojii eegalchiisan

Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Tajaajila Iddoo tokkoo 5ffaa ‘Masoob Addis’ hojii eegalchiisaniiru.

Jala bultii jijjiirama biyyaalessaa waggaa 8ffaatti Giddugala Tajaajila Iddoo tokkoo 5ffaa ‘Masoob Addis’ hojii eegalchiifneerra jedhan Kantibaa Aadaanech Abeebeen.

Magaalaa guddoo Itiyoophiyaa teessoo Afrikaa kan taate Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu fi hawwattuu taasisuuf mootummaan jijjiiramaa hojiilee misoomaa seenaa qabeeyyii ta’an galmeessuu ibsan.

Kunis bu’aa Bitootessa 24’n argameedhaa jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.