Fana: At a Speed of Life!

Tapha PSG fi Aston Viilaa haalaan eegamu

Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Taphni xumuraa Suppar Kaappii Awurooppaa har’a galgala PSJ fi Aston Viilaa gidduutti taphatama.

Taphni Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan ta’e PSG fi Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa kan ta’e Aston Viilaan gidduutti waancaaf taphatamu kun haalaan kan eegamudha.

PSG yeroo lammaffaaf walitti aansuun waancaa kana argachuuf morkii kan taasisu yoo ta’u, Aston Viilaan ammoo bara 1982 booda waancaa kana injifachuuf morkata.

Taphni haalaan eegamaan kun galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Awustaraaliyaa Istaadiyaamii Reedbuul Areenaatti taphatama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.