Fana: At a Speed of Life!

Arsenaalitti kanan makame waancaa injifachuuf – Ezrii Koonsaa

Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Arseenaal Ezrii Konsaa Aaston Viillaa irraa mallatteessiseera.

Taohataan umrii waggaa 28 Koonsaan erga Arseenaalif mallatteessee booda yaada kenneen, “Asitti kanan argame mo’achuuf; waancaawwan mo’achuun barbaada,” jechuun dubbateera.

Konsaan Arseenaal, “kilaboota filatamoo addunyaa keessaa tokko ta’e kan ta’etti makamuun koo anaaf ulfina guddaadha; Milkaa’ina kilabichaa itti fufsiisuuf waanan danda’u hunda kennuuf qophiidha,” jedheera.

Taphatichi kilabicha waliin waliigaltee waggaa afurii kan mallatteesse yoo ta’u, lakkoofsa 15 akka uffatus kilabichi beeksiseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.