Fana: At a Speed of Life!

Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasifame

Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC)- Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Deenimaark Kooppanhaaganitti dorgomame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.
 
Jilichi wayita Finfinnee gahu Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Koomaandar Atileet Silashii Sihiin dabalatee hoggantoota federeeshinichaa biroon simatamuu ragaan federeeshinicharraa argame ni mul’isa.
 
Itiyoophiyaan dorgommii shaampiyoonaa Kanaan addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumuruun ni beekama.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.