Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennaniiru.
Haaluma Kanaan:-
1. Diyaaqon Daani’eel Kibrat- Waajjira Ministira Muummeetti Sadarkaa Ministiraatti Itti gaafatamaa Damee Hordoffii Deeliiverii
2. Ambaasaaddar Naasisee Caalii- Waajjira Ministira Muummeetti Sadarkaa Ministiraatti Itti gaafatamtuu Damee Hordoffii ENFI
3. Dooktar Biqilaa Hurriisaa- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
4. Obbo Fissahaa Dassaalanyi- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
5. Dooktar Darajjee Dhugumaa- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
6. Obbo Tasfaahuun Goobazaay- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
7. Obbo Habtaamuu Siisaay- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
#MootummaaIda’amuu