Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa muudama garaagaraa kennaniiru.
Haaluma Kanaan:-
1. Obbo Birhaanuu Zawdee- Ministir Deetaa Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa
2. Dooktar Taammiraat Bayyanaa- Ministir Deetaa Ministeera Galiiwwanii
3. Obbo Birhaanuu Fayyisaa- Gargaaraa Waamamaa Mootummaa
4. Aadde Qonjit Dabalaa- Gargaartuu Waamamaa Mootummaa
5. Dooktar Mahaammad Indiriis- Sadarkaa Ministir Deetaatti Gargaaraa Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
6. Aadde Fadiilaa Abbaabiyyaa- Sadarkaa Ministir Deetaatti Qindeessituu Miidiyaa Diijitaalaa Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
7. Obbo Tasfaayee Yiggazuu- Sadarkaa Ministir Deetaatti Gargaaraa Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa