Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Naannawaa fi Nageenya Inarjii Xaaliyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Pireezidaantiin COP-32 Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Naannawaa fi Nageenya Inarjii Xaaliyaan Giilbeertoo Piikeetoo Firaati waliin marii gamlamee taasisaniiru.
Marii isaaniin, michummaa fi hariiroo cimaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaan gidduu waggoota dheeraaf jiru irratti hundaa’uun, murannoo jijjiirama qabeenyaa qilleensaarratti qaban mirkaneessaniiru.
Tumsa qaban qophii COP-32 irratti caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa