Daandiin qilleensichaa daandii qilleensaa filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun beekamtii argate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa ‘APEX’ daandiiwwan qilleensaa idil addunyaa abbaa urjii 5 bara 2027 jedhamuun beekamtii fi badhaasa goonfateera.
Akkasuma Daandii Qilleensaa Filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun badhaasaa fi beekamtii argateera.
Beekamtii fi badhaasni arganne caalmaatti cimnee akka hojjennuuf nu onnachiisa jedhe dhaabbatichi ergaa fiila miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa