Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 19, 2019 (FMC) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara Paarlaamaa 7ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi ajandawwaan adda addaa raggaasisuun eegaleera.
Ajandaalee dhiyaatan garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan eegama.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa