Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad bulchiinsa imaanichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 19, 2019 (FMC) – Ministirri Muumee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bulchiinsa Imaanaa Mootummaa Federaalaa Naannoo Tigraayi waliin mari’ataniiru.

Bulchiinsa Imaanaa Naannoo Tigraay waliin mari’achuun gamaaggama hordoffii taasifneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Tarkaanfilee fudhataman, qormaatilee mudatanii fi dhimmoota waloo dursa barbaadaan gamaaggamuu ibsan.

#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.