Ispoortii
Finfinnee, Hagayya 10, 2018 (FMC) — Arseenal fi Maanchistar Siitiin tapha xumuraa waancaa Komuniitii Shiildii irratti har’a waliin taphatu.
Arseenaal waancaa Pirimiyeer Liigii, Maanchistar Siitiin immoo waancaa FA moo’achuun, tapha xumuraa Komuniitii Shiildii irratti akka walitti dhufan taasiseera.
Arseenaal seenaa Komuniitii Shiildii…
Read More...
Tapha PSG fi Aston Viilaa haalaan eegamu
Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Taphni xumuraa Suppar Kaappii Awurooppaa har’a galgala PSJ fi Aston Viilaa gidduutti taphatama.
Taphni Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan ta’e PSG fi Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa kan…
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaate Finfinnee…
Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umurii 20 gadii Ameerikaa, Origanitti gaggeeffamaa tureerratti hirmaatan Finfinnee galaniiru.
Itiyoophiyaan shaampiyoonicharratti…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har’a xumurama
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii , marsaa 21ffaan Ameerikaa, Oriigoniitti gaggeeffamaa jiru, har’a xumura isaa ni argata.
Itiyoophiyaan hanga ammaatti dorgommiiwwan…
Riyaal Maadriid waliigaltee Viniishiyas Juuniyar waliin qabu hanga bara 2032tti dheeresse
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Kilabni Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Biraaziil, Viniishiyas Juuniyar waliin waliigaltee qabu hanga Waxabajjii bara 2032tti akka dheeresse ifoomseera.
Viniishiyas Juuniyar umurii…
Mohaammad Saalaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Taphataan kubbaa miilaa beekamaan biyya Ijipti Mohaammad Saalaan jijjiirraa bilisaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makameera.
"Mootii Fara'oonotaa" jedhamuun kan beekamu taphataan waggaa 34 kun,…
Dursaan Garee Biyyaalessaa Yuugaandaa Saamtotaan Ajjeefame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Dursaan garee biyyaalessaa Yuugaandaa fi taphataan kilaba 'SC Villa', Daviid Owoorii, haleellaa saamtoonni irratti raawwataniin lubbuun isaa darbeera.
Taphataan sarara giddugaleessaa umurii waggaa…