Ispoortii
Cheelsiin Bireentfoordiin injifatame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019(FMC) - Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan Bireentfoord Cheelsii 3-0'n injifateera.
Kanaanis Cheelsiin bara dorgommii kanatti yeroo 2ffaaf mo'amuu isaa ti.
Galchiiwwan Bireentfoord ittiin injifate Jeedan Antoonii, Iigor Tiyaagoo fi Faabiyoo Kaarvaalihoo lakkoofsisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Fiigichi Guddaan Irreechaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC)- Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun Fulbaana 21, 2019 magaalaa Bishooftuutti fiigichi guddaan daandiirraa kiiloomeetira 10 ni gaggeeffama.
Fiigicha guddaa mul’iftuu aadaa fi Ispoortii…
Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi tapha har’a Bireentifoordi - Cheelsii keessummeessun eegalamu.
Bireentifoordi har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Cheelsii waliin taphata.
Boru…
Tapha waancaa Kaaraabaa’oon morkiin Maanchiister Yuunaayitiid har’a Biraayitan waliin taasisu ni…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2019 (FMC) – Tapha marsaa 3ffaa waancaa Kaaraabaa’oon morkiin Maanchiister Yuunaayitiid har’a Biraayitan waliin taasisu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Maanchiister Yuunaayitiid Oldi Tiraafoorditti…
Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 2029 akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2019 (FMC) — Biyyi Baha Afrikaa Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa bara 2029 akka qopheessituuf filatamteetti.
Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa akka qopheessituuf filatamuu ishee hordofee,…
Obbo Isaayaas Jiraan Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC) - Obbo Isaayaas Jiraan Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Yaa’ii idilee 18ffaa Federeeshinichaa har’a geggeeffame irratti sagalee 81 argachuun filatamaniiru.…
Dorgommiiwwan xumura torbee kana sadarkaa idil addunyaatti gaggeeffamaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2019 (FMC) – Dorgommiiwwan Atileetiksii xumura torbee kana sadarkaa idil addunyaatti gaggeeffamaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa injifannoon galaniiru.
Fiigichi Kiiloo Meetira 10 Taayilaanditti gaggeeffame Atileet…