Aadde Muufariyaat Kaamil Af-Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii ta’uun moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC)- Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 1ffaa bara Paarlaamaa 7ffaa gaggeesseen Aadde Muufariyaat Kaamil Af-Yaa’ii Mana Marichaa gochuun moggaaseera.