Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame. Notingahaam Forest galchii 3 fi 1'n Cheelsii injifateera. Sababa kanaan Cheelsiin…

Eevertan VS Maanchisteer Siitii…

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Tapha Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaan Maanchisteer Siitiin dirree isaan ala Eevartan waliin ni morkata. Maanchiister Siitiin, tapha galgala kanaa dabalatee taphoota qixxeessituu lama kan of…