Boombiin wayita Waraana Addunyaa 2ffaa bishaan keessatti dhidhime osoo hin dhohiin argame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Boombii guddaan wayita Waraana Addunyaa 2ffaa Xaaliyaanitti bishaan lagaa keessatti dhidhimee ture argamuu gabaafame.
Boombichi kiiloogiraama 450 yookaan…