Nageenya Naannawaa Hidha Haaromsaa Guddichaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa nageenya Naannawaa Hidha Haaromsaa Guddichaa mirkaneessuuf halkaniifi guyyaa dirqama isaa ba’achaa jiraachuu Ittaanaan Ajajaa Kutaa…