Oduu biyya keessaa Boordichi dhaabbilee hawaasa siiviilii waliin mari’ate Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasa siiviilii Filannoo Waliigalaa 7ffaa taajjabaniif waltajjii hubannoo uumuu gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Azerbaajaanitti Tajaajila Giddugala tokkoo diijitaalaa Asaan daawwatan Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Azerbaajaanitti Tajaajila Giddugala tokkoo diijitaalaa salphaa Asaan daawwataniiru. Aadde…
Ispoortii Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaateef badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffameera.…
Teeknooloojii Dorgommii roobootiksii idil-addunyaan jilli garee Itiyoophiyaa damee filannoo uummataan injifate Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Dorgommii Shaampiyoonaa roobootiksii fi hubannoo namtolchee idil-addunyaan jilli garee Itiyoophiyaa damee badhaasa filannoo uummataan 1ffaa bahuun…
Oduu biyya keessaa Carraalee invastimantii Itiyoophiyaa… Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Carraaleen invastimantii Itiyoophiyaa keessa jiran abbootii qabeenyaa biyya keenyaaf beeksisuuf nu gargaaru jedhan ambaasaaddaroonniifi dippiloomaatonni…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa Baakuutti taasifneen misooma magaalaa keenyaaf muuxannoo guddaa qooddanne- Kantiibaa… Ayana Dheressa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Daawwannaa Azerbaajaan magaalaa Baakuutti taasifneen misooma magaalaa keenyaaf muuxannoo guddaa qooddanneerra jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Fayyaa Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifame Ayana Dheressa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifameera jedhe Biiroon Fayyaa Naannichaa. Godina Jimmaatti dhibbee Daranyoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan fooramii magaalotaa idil-addunyaa irratti hirmaachaa jirti Ayana Dheressa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa fooramii idil-addunyaa 13ffaa Azarbaajaan magaalaa Baakuutti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa jira. Kantiibaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa bara kanaa fi utubaa ijoo birmadummaati- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa bara kanaa fi utubaa ijoo birmadummaa biyya jabduun ittiin ijaaramtudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi guutummaatti gara diijitaalaatti ce’eera- Dooktar Meeroon Kaffalaw Ayana Dheressa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Tajaajilli Istaatistiksii Itiyoophiyaa guutummaatti gara diijitaalaatti ce’eera jedhan Itti aantuun Daayrektara Olaanaa dhaabbatichaa Dooktar Meeroon…