Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii guddiseera- Dhaabbaticha
Finfinnee, Hagayya 22, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii irraa argamu guddiseera jedhe Dhaabbanni Bosonaafi Bineensota Bosonaa naannichaa.…