Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen Hospitaala Birrii Miiliyoona 83 oliin ijaarrame eebbisiisan Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Hospitaala Birrii miiliyoona 83 oliin Godina Siitii aanaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’e Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaashanaaf deeggarsa taasise Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaa Gaashanaanitti argamuuf deeggarsa taasiseera. Jilli Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona 179 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 79 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisuu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Biirichi yeroo dhiyootti fooyya’iinsa Taarifa Geejjibaa kan taasiisu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee yeroo dhiyootti Geejjiba Ummataarratti fooyya’iinsa Taarifaa yeroo itti aanuu kan taasiisu ta’uu beeksiise.…
Idil Addunyaa Diimookiraasiin Dhugaa kan dagaagu giddu seentummaan dhaabbachuun ummanni ofiif abbaa Diimookiraasii… Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Diimookiraasiin Dhugaa kan dagaagu giddu seentummaan dhaabbachuun ummanni ofiif abbaa Diimookiraasii yoo ta’e qofa jedhan Ministir Dhimma Alaa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni jijjirama hunda galeessa manneen Murtii Oromiyaa milkeessuuf hojjechuu qabu jedhame Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Leenjiin danddeettii raawwachiisummaa hoggantoota manneen Murtii Oromiyaa magaalaa Adaamaatti kennamaaa jira. Leenjichas Mana Murtii Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa Biriitaaniyaa Magaalaa Liidis jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii… Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Biriitaaniyaa Magaalaa Liidis fi naannawa ishee jiraatan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirraa…
Oduu biyya keessaa Duultoonni humna addaa, humni Eegdoota Rippaablikaanii fi miseensonni humna qilleensaa biyya… Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) -Duultoonni humna addaa, humni Eegdoota Rippaablikaanii fi miseensonni humna qilleensaa biyya dhiphina keessaa turte rakkoorra furuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun… Sifen Megersa Dec 9, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga'ii guyyaa har'aa gaggeesseen Birmadummaa biyyaa dandamachiisuu fi Diimookiraasii babal'isuuf…