Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Fuula…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach MM Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)-Muummeechi Ministiraa FDRE Abiy Ahimad Alii yeroo lammaffaaf muummeecha ministiraa Ityoophiyaa ta’uun waan filatamaniif maqaa kiyyaan, bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Jaan Miikeel Saammaa Luukoondeen Finfinnee galaniiru. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galaniiru. Preezdaantiichi sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti…
Oduu biyya keessaa Ministirri alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) -Ministirri Ministera Dhimmaa Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamooraan sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa haaraa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf Sadarkaa qorannoowwanii Fooyyessuu fi misooma Barsiisotaaf… Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Kolleejiin ‘East Africa’ Magaalaa Adaamaatti konfiransii qo'annoo fi qorannoo barnootaa jalqabaa gaggeesseera. Konfiransichi mate duree ‘qorannoo fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammuduu Buhaariin hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Ityoophiyaa dhufuutti gammaduu ibsan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Ityoophiyaa dhufuu isaanitti gammaduu ibsaniiru. Obboleessa koo Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Seeneegaal Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa guyyaa boruun gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Preezdaant…