Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramaayaa deeggarsa Meeshaalee barnootaa taasise Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramaayaa barattoota 360f deeggarsa meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 6 taasisuu ibsameera. Deeggarsicha Itt…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni biyyoota alaa sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarraatti hirmaatan gara… Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota alaa sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarraatti hirmaatan gaggeessaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Boqonnaa haaraan kuni seenaa biyya keenyaa keessatti iddoo guddaa qabaata – Adaanach Abeebee Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Sirni muudamaa Boqonnaa haaraa seenaa biyya keenyaa keessatti iddoo guddaa qabaata jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa aanaa addaa Aleetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Naannoo Ummattoota Kibbaa aanaa addaa Aleetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbuu ibsameera. Namoota 14 irra ammoo miidhaa qaamaa…
Oduu biyya keessaa Buqqaatota Somaaleerraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 10n kenname Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Buqqaatoota Naannoo Somaaleerraa buqqa'anii Godina Baalee qubatan hojiin diinagdeen utubuu hojjetamaa kan jiru ta’uu ibsameera. Buqqaatota kanneen…
Oduu biyya keessaa Nageenyi akka dhufuu fi tasggabbii mootummaa haaraatiif sirni kadhannaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Ityoophiyaatti nageenyi akka dhufuu fi mootummaa haaraan tasggabbii akka argatuuf abbootii amantaan sirna kadhannaa gaggeeffamaa jiraachuu…
Idil Addunyaa Maark Zuukerbarg adda cituu Feesbuukii fi miidiyaalee hawaasummaa biroof dhiifama gaafatan Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee,Fulbaana 25, 2014 (FBC) –Hojii gaggeessaa olaanaan Feesbuukii Mark Zuukerbarg eda galgala adda cituu Feesbookii, Inistaagraamii, Waatsaappii fi Miiseenjariif dhiifama…
Oduu biyya keessaa Sirni hundeeffama mootummaa nagaan xumuramuu humni qindoomaa nageenyaa beeksiise Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan gara boqonnaa haaraatti kan itti ceetu Sirni hundeeffama mootummaa nagaan xumuramuu humni qindoomaa nageenyaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Isaayyaas MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadaanii dabarsan Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqii Dooktar Abiy Ahimda Muummee Ministiraa FDRI ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammadaanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee qophii sirna hundeeffama mootummaa milkeessaan galateeffatan Sifen Megersa Oct 5, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee qophii sirna hundeeffama mootummaa milkeessaan hunda galateeffataniiru. Michuuwwaan idil…