Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifamni taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Amaaraa Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifama taasiise.
Manni Maree naannichaa…