Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 ol raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Kaleessarraa eegalee gaggeeffamaa kan ture Yaa'iin Mana Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4.8 fi labsiiwwan adda addaa…