Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laate
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laateera.
Boordiin hoggansaa Yuunvarsiitii Finfinnee ragaa proofeesarummaa…